Video ykn muuziqaa kan nama biroo hayyama abbichaa malee sabaa himaalee irratti namoota kaaniif qooddee beektaa? Kun seera ...
"Oduu dharaa" irratti yaada kennuun nurraa eegamuu ... bakka-bu'aa Roo Kahaanaa kongirasiirratti pirezidant Joo Baayiden guyyaa dhumaa beellamame Amajji 19 akka dheeressuuf gaafataniiru.
Jiraataan aanaa Kareedaa miseensa maatii miidhamaa ta’uu himu Addis Standard’tti akka himetti, haleellaan kuni Wiixata darbe guyyaa keessa naannoo sa’aatii 5:30 hanga 6:30 giddutti raawwatame.
Gabaa Markaatoo naannawaa ‘Boomb Taraa’ fi ‘Dubaayi Taraa’ jedhaman keessatti daawwannaa Addis Standard guyyaa kaleessaa Sadaasa 18, 2024 taasiseen, suuqiiwwan hedduu cufamanii akka argaman hubateera.
Loltoota 30,000, xiyyaarota waraanaa 200 fi dooniiwwan 50 biyyoota 27 irraa babbahan leenjii waraanaa Noorweeyiidhaan ...