Kufaatiin mootummaa Asaad Iraaniin deegaramuu garee 'Axis of Resistance' jedhamuuf oduu gaarii miti ... Hezbollaan Iraan irraa miisaa'eliifi meeshaalee waraanaa biraa karaa ittiin dabarsu dhaba.
Pirezidantiin Ameerikaa haaraan Doonaald Tiraamp, lammummaan kallattiin namoonni maatii sanada seera qabeessa hin qabne irraa dhalataniif kennamu akka hafuuf murte dabarsan. Tiraamp bara ...