Stanley Ngara Keeniyaatti 'Mootii Koondomii' jedhamuun caalatti beekama, kondomii karaa magaalaa Naayiroobirratti namaaf qooda. 'Hawwiin kiyya namoonni saal-qunnamtii of eeggannoo qabu akka ...