Stanley Ngara Keeniyaatti 'Mootii Koondomii' jedhamuun caalatti beekama, kondomii karaa magaalaa Naayiroobirratti namaaf qooda. 'Hawwiin kiyya namoonni saal-qunnamtii of eeggannoo qabu akka ...
Humnoonni Tigraay guyyaa Kamisaa miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa waraana Kaaba Itoophiyaarratti kanneen booji'amanidha jedhan kuma afur ol ''dhiifamaan'' ni gadhiisan jedhaniiru. TPLF gama ...